Analyses

COVID-19 fi Labsii Yeroo Muddamaa

Sababa COVID-19tti Barbaachisummaa Labsii Yeroo Muddamaa (State of Emergency); Sodaawwan Jiranii fi Kallattii Furmaataa Seensa Namni kamuu kan hubachuu qabu Waaqaa gaditti Sabni ykn biyyi tokko kan qabdu Mootummaa Uummata (Biyya) sanaaf waan gaarii yaaduu fi hojjetudha. Addunyaa kana keessatti Sabni (Biyyi) sababa adda addaaf haalawwan ulfaataa hojmaata idileedhaan to’atamuu hin dandeenyeef hin saaxilamne hin …

COVID-19 fi Labsii Yeroo Muddamaa Read More »

Siyaasaa fi Koronaa

Dhukkuboota hanga ammaatti addunyaa irratti dhufan keessaa kan akka Koronaa COVID-19 kanaa gama hundaan dhiibbaa fiduu danda’e hin jiru. Dhaabbilee amantaa irratti; dhaabbilee dinagdee fi haala jiruuf jireenya hawaasaa guyyuu guyyuu irratti; sochii siyaasaa fi waraanaa irratti; hariiroo namaa fi nama jidduu irratti; hariiroo namaa fi naannoo jidduu irratti; xiinsammuu nama hundumaa irratti fi dhaloota …

Siyaasaa fi Koronaa Read More »